App kana keessatti Jechoota Hayyoota Oromoo hedduu argachuu dandeessu. Jecha Hayyoota wareegaman fi kanneen lubbuun jiranii of keessatti kan qabateedha. Akkasuma Jecha Oromootaa fi Jecha Qeerroo Oromoo of keessaa qaba.
Show More