Arbaiina icon

Arbaiina

Ethiomapps
Free
10,000+ downloads

About Arbaiina

jedhamu kuni irra filatamaa kitaabban gaggabaabaa hadiisaa
keessa isa tokko. Abbaan isa qopheesses sheekha guddaa
beekamaa abuu zakariyyaa yahyaa sharafuddiin annawaawiyyii
jedhama. Rabbi irraa haajaalatu. Akkana jechuun nama
beekamaatu kitaaba beekama ummata muslimaatiif gumaache
jechuudha.ustaaz gaalii abba boor carraaqa jabaa godhee afaan
keenya afaan oromootti hiikee akka ummanni keenya hadiisa
ergamaa Rabbii mi’aawaa kana afaan isaatiin dubbisee hubatu
godhe.

Arbaiina Screenshots