Gadaa icon

Gadaa

Gaddisa Olani Ganfure
Free
5,000+ downloads

About Gadaa

Akkaataa waggaa dhalootaatiin gurmuu ykn murni ilmaan kormaa tartiibaan keessa dabran sadarkaa Gadaa jedhama. Sadarkaan Gadaa tokko waggaa saddeet qaba. Waggaa saddeet saddeettan kanaan Oromoo hamma gaafa dulloomee du'uutti hawaasa keessatti bakkaa fi qoodama dalagaa qabaata.

Application Kun Wa'ee Sirna Gadaa Haala Salphaan isin barsiisa.

Gadaa Screenshots