EveryBarataa icon

EveryBarataa

Great Commission Ministry Ethiopia (GCME)
Free
1,000+ downloads

About EveryBarataa

Ebcom lafa itti bilisummaadhaan waa'ee jireenyaa fi waa'ee Waaqayyoo itti gaafattan.

Applikeeshiniin kun barruulee ga-ggabaaboo adda addaa, shaakala jireenya dhugaa, gaaffii fi deebii jireenyarratti xiyyeeffatan of keessaa qaba. Itti dabalees bakkatti gaaffiiwwan waa'ee Waaqayyoo qabdan hundaaf deebii argattanidha. Deebii gaaffii keessaniif teessoo e-mailii dhuunfaa keessanitti isinii erguuf qophii qabna. Hawwiin keenya waamicha jaalalaa isa Waaqayyo isiniif qopheesse akka beektan, akka simattanii fi kanas ammarraa kaasee hariiroo dinqii kana isa waliin akka eegaltan isin gargaaruudha.

Marsariitiin kuni Dhaabbata Ministrii Gireet Komishinii Itoophiyaa keessatti Tajaajila Sochii Miidiyaa hawaasaatiin kan qophaa'edha.

Kennaa jireenyaa fi jaalalaa isa Waaqayyoon beekuudhaan argamu akka argattan abdii qabna. Hariiroon sammuu fi onnee namaa boqochiisu, inni jaalalaan guutame michummaa akkasii isa Waaqayyo nuuf qopheesse kana kan caalu waanti biraan hin jiru.

EveryBarataa Screenshots

More from Great Commission Ministry Ethiopia (GCME)