Hadiisa 30 Dubartootaaf icon

Hadiisa 30 Dubartootaaf

K Technologies
Free
50,000+ downloads

About Hadiisa 30 Dubartootaaf

Kitaabni hadiisa 30 waayee dubartootaa jedhamu kuni irra filatamaa kitaabban waayee barnoota dubartootaa keessatti qopheeffame keessa isa tokko. Ummatni keenyaa hundi keessaattuu dargaggootaafii barattootaan kitaaba kana akka dubbistanii irraa barattan isinii dhaamsa dabarsina. Jaarraan keessa jirru kun jaarraa beekkumsaa, saayinsiifii teeknooloojii waan taheef barnoota islaamaarratti akka jajjabaattan isiniin jenna. Barnootaafii ogummaa qabdaniinis diin keessan akka tajaajiltan isin yaadachiisna.

Hadiisa 30 Dubartootaaf Screenshots