Hadiisa Filatamaa 80 icon

Hadiisa Filatamaa 80

K Technologies
Free
5,000+ downloads

About Hadiisa Filatamaa 80

Barnoota buu'uraa kan islaamaa barachuun Muslima hundarratti diqama cimaadha. Kuni ammoo hadiisa nabii s.a.w barachuudhaan taha. Akkasuma App'n kun Afaan keenya kan Oromootin waan dhihaateef ummanni keenya dubbisanii irraa barachuun laafaadha. keessaafuu barattoota keenya haalaan faayyada jenneeti abdii goona. App'n kun Hadiisa Filatamaa 80 fi Seenaa sahaabota odeessanii gabaabinaan of keessatti qabatee jira.

Hadiisa Filatamaa 80 Screenshots