Manni murtii Aanaa Kiiramuu kenniinsa tajaajila abbaa seerummaa bara 1999 irraa eegalee hundeeffamuun kan kennaa jirudha. Bu'uuruma kanaan hojiin idilee mana murtichaa si'ataa, dhaqqabamaa taasisuuf appilikeekishinii kana kan wal ta'insa kaboomaatiksi teekinoloogii waliin ta'uun kan kalaqnedha. Faayidaa Appilikeeshiniin kun qabus abbootin dhimmaa waa'ee mana murtii Aanaa Kiiramuu akka beekan, faayidaa bu'aa araaraa qabu fi shallaggii kaffaltii abbaa seerummaa hanga qarshii miliyoona sadiitti kan shallagu dha. Kunis hojii manni murtichaa hojjetu hawaasa keessatti iftoomina kan uumu ta'ee; ofiisaroonni seeraa mana murtii aappi kana fayyadamuun tajaajila isaan kennaan rakkoo hiikko seera kaffaltii abbaa serrummaa shallaguu waliin jiru hambisuu tajaajila si'ataa fi qulqullina qabu akka isaan kennaan isaan dandeessisa.
Appilikeeshinii kana fayyadamuu keessaniif hedduu isin galatoofanna!!
Developed by
Kabomatics Technology
kabomatics@gmail.com
Appilikeeshinii kana fayyadamuu keessaniif hedduu isin galatoofanna!!
Developed by
Kabomatics Technology
kabomatics@gmail.com
Show More