Naamusa Islaamaa icon

Naamusa Islaamaa

K Technologies
Free
10,000+ downloads

About Naamusa Islaamaa

App'n kun namusoota islaamaa ijoo fi jajjaboo tahan of keessaa qaba. bifa salphaafi ammayyaawaa taheen isiniif qophaayee jira. kanaafuu; Namni hundi naamusoota kana barattanii akka itti dalagdan, akka wal barsiiftan isin yaadachiisna.

- Naamusa salaamtaa
- Naamusa teessumaa
- Naamusa kadhaa Rabbii
- Naamusa nyaataaf dhugaatii
- Naamusa hirriibaa
- Naamusa karaa deemsaa

Nabiin (s.a.w) akkana jedhan "Jannata hin seentan hanga
amantanitti, hin amanne hanga wal jaalattanitti, Mee waan yoo isa
hojjattan wal jaalattan isinii himuu? Salaamtaa heddummessaa jidduu
tessanitti" Muslimtu galmeesse.

Naamusa Islaamaa Screenshots