Oromummaafi Islaamummaa icon

Oromummaafi Islaamummaa

K Technologies
Free
10,000+ downloads

About Oromummaafi Islaamummaa

Dhimmi Oromoofi Muslimoota ilaallatu Itoophiyaa keessatti dirree qabsoo qorattootaafi gulaaltotaa baay’ee barbaaduudha. Sababni isaas dirreen kun lamaan qaama isaan qoratee dharaafi dhugaa, cubbuufi haqa adda baasu, kan qaawwa barreessitoonni wallaalumaanis ta’ee beekaa irra utaaluudhaan uuman duuchuufi dhugaa isaan jallisan qajeelchu gaafata. kanarraa ka'uun mosaajii Oromummaafi Islaamummaa jedhu kana keessatti dhimmoota garaa garaa bal'inaan kan ilaallu taha.

Oromummaafi Islaamummaa Screenshots