Jechoota Beektotaa icon

Jechoota Beektotaa

SHEGER-SOFT
Free
1,000+ downloads

About Jechoota Beektotaa

Jechoonni Beektotaa yaada gaarii fi miira gaarii namaaf kenna. Akkasuma barnoota hedduu irraa barachuun ni danda'ama. Jireenya guyyuu fooyya'aafi gammachiisaa ta'e jirachuuf Jechootni beektotaa baay'ee nama barbaachisa. Dhiphinaafi muddama namarraa fageessuun ilaalcha gaarii ofiifi ollaa keetiif akka qabaattu si taasisa.

Jechoota Beektotaa Screenshots