Jechoota Kaka'umsaa icon

Jechoota Kaka'umsaa

SHEGER-SOFT
Free
5,000+ downloads

About Jechoota Kaka'umsaa

Jechoota Kaka'umsaa Afaan Oromoo. Jechootni kaka’umsaa xiyyeeffannoo keenya deebifachuuf ogummaa saffisaa kan nuuf kennuudha, kaka’umsa guyyaa sanaaf ykn carraa sanaaf barbaachisu ni dhiyeessa. Yeroo baay'ee jechi kaka'umsaa tokko torban sanaaf kaka’umsa kennuu danda’a, akkasumas kaka’umsi keenya idilee yeroo darbe nu kakaasuu danda’a.

Jechoota Kaka'umsaa Screenshots