Soomanaa fi Zakaa icon

Soomanaa fi Zakaa

K Technologies
Free
10,000+ downloads

About Soomanaa fi Zakaa

kun Application waa'ee Ramadaanaa, Soomaa fi Zakaa bal'inaan ibsuudha. Akkasuma barnoota I'itikaafaa (Teessuma masgiidaa), Seera zakaa fixrii, Seera Barnoota iidaa fi kkf.. of keessatti hammatee jira. Rabbii nu gargaaree hojii tana nu xumursiisee galanni guddaan isaaf haa galu. Isiniis gad buufadhaa irraa faayyadamaa Hiriyoota keessaniifis raabsaa. Keyrii duniyaa Aakiraa walitti qabadhaa.

Soomanaa fi Zakaa Screenshots