Salaata Ibaadaa Rabbii(Afaan O icon

Salaata Ibaadaa Rabbii(Afaan O

Ethiomapps
Free
4.6 out of 5
100,000+ downloads

About Salaata Ibaadaa Rabbii(Afaan O

Salaata Ibaadaa rabbii applikeshinin jedhu hordoftota amantaa muslimaaf applikeshinii Afaan oromoo isaa jalqabaa yoo ta’u. Waan inni ofkessatti qabatuu ammo akkataa salaata, wudu’a, salaatii tokko maal guttachuu qabaa kan jedhufi walumaa galatti fiqii fi aqiida muslima barsisaa.

Salaata Ibaadaa Rabbii(Afaan O Screenshots