Ibsa Aqiidatul-Waasixiyyaa
Hunda dura faaruun tan Rabbii guddaati, kitaaba kana akkan qopheesu kan itti na kaasee naaf laaffise. Xiqqeenya beekkumsa kiyyaatii wajjiin Kitaaba Aaqiidatul-waasixiyyaa kana Afaan Oromootti akkan hiiku wanni itti na kaase, duula Aaqiidaa Islaamaa balleessuu, kan tuutti Ahbaasha ja’amtu biyya teeny