Akkaataa Salaata Nabiyyii icon

Akkaataa Salaata Nabiyyii

K Technologies
Free
4.6 out of 5
10,000+ downloads

About Akkaataa Salaata Nabiyyii

Akkaataa Salaata Nibiyyichaa sirna Wuduu'aa waliin qophaaye. Barumsa gabaabduu sirna salaata Ergamaa Rabbii (saw) ibsuudhaaf qophaayedha. Gara Muslimaafi Muslimtittii hundaatti dhiheessuun fedhe.

Kunis akka namni argu hunduu salaata keessatti Nabiyyichatti (saw) hidhachuudhaaf qabsaa'uufi. Ergamaan Rabbii (saw) ni jedhan: "akka anaa salaatuu na argitanitti salaataa." Bukhaariitu gabaase.

Akkaataa Salaata Nabiyyii Screenshots