Hiibboo fi Deebii
K Technologies
5.0 ★
109 ratings
50,000+
downloads
Free
In this quiz game, players take turns asking and answering questions to test their knowledge of Oromo proverbs. Includes turn-based gameplay and question categories.
AppRecs review analysis
AppRecs rating 4.0. Trustworthiness 74 out of 100. Review manipulation risk 33 out of 100. Based on a review sample analyzed.
★★★★☆
4.0
AppRecs Rating
Ratings breakdown
5 star
100%
4 star
0%
3 star
0%
2 star
0%
1 star
0%
What to know
✓
Credible reviews
74% trustworthiness score from analyzed reviews
✓
High user satisfaction
100% of sampled ratings are 5 stars
⚠
Review quality concerns
67% of sampled 5-star reviews are very short
About Hiibboo fi Deebii
Hiibboon Afoola (Dabaree Seenaa) Oromoo keessaa tokko.
Taphni kun bifa gaaffiifi deebiin kan taphatamu yoo ta'u yeroo baay'ee kan taphatamuus galgala erga loon galanii booda hanaga sa’aatiin hirriibaa gahuu ibidda maddii taa’aniiti.
Seerota tapha kanaa keessaa inni tokko kan nama lamaan (gaafataa fi gaafatamaa) taphatamu ta’uu isaati. Namooti lameen gaafataa fi gaafatamaa erga ta’an booda gaafataan gaaffii isaa dhiyeessa. Namni gaafatamu sunis wantoota deebii itti fakkaatan maqaa dhahuun deebisuf yaalii godha. Yoo deebii sirritti argate gaafataan ‘beekte ykn argatte’ jadheenii bakka wal-jijjiirun, jachuunis inni gaafataa ture gaafatamaa ta’un fi inni gaafatamaa ture gaafataa ta’un tapha isaanii itti fufu.

Hiibboo fi Deebii Screenshots
Tap to Rate:
Reviews for Hiibboo fi Deebii
SENA FUFA
2/27/2025
Bareedaa dha! Garuu utuu alphabet dhaan ka'ame ykn ammoo search taasisuun danda'ame caalaa bu'aa qabeessa.
Shelema Dulle
11/5/2024
baredaa