Found 20 search results.

La route des empires icon

La route des empires

The Route of the Empires is an application in Arabic and French of archaeological and historical discovery of southern Morocco. Agadir Oufella, Igiliz, Sijilmâsa, Nul Lamta, Akka and Zagora: from the Atlantic to Tafilalet, along the foothills of the Atlas, stretches the northern edge of the Sahara.

Seerlugaa Afaan Oromoo icon

Seerlugaa Afaan Oromoo

Seerlugaan mosaajii seerlugaa afaan oromoo haala salphaan barsiisu yoo ta'u mata dureewwan heddu uf keessaa qaba. applikeeshiniin kun fayyadamtoonni rakkoo tokko malee seerlugaa afaan oromoo akka dubisanii baratan taasisa. dabataan mosaajjiin kun yaaliifi qormaata of keessaa qaba.

English Afaan Oromo Dictionary icon

English Afaan Oromo Dictionary

Orooroo Dictionary! Kuusjecha kanaan walumaa gala jechoonni akka jechaatti hikaman jechoota kuma jaatamii jahaa oliidha. . Haa ta'u malee faraja/translation isaa duukaa wal qabatee jechoonni nuti fayyadamne kuma dhibba sadii olidha. Dimshaashatti guddina Afaanichaaf shoora olaanaa qaba jennee yaan

Afaan Oromoo Writing Practice icon

Afaan Oromoo Writing Practice

Afaan Oromoo Qubeessuufi Barreessuu Leenjistuu Applikeeshiniin kuni kan hojjatamee Afaan Oromoo qubeessuufi barreessuu keessatti rakkoo mul’ataniif furmaata laachuufidha. Nuyis, hamma dandeetti keenyaa waa hiixachuu yaadneeti. Applikeeshiniin kuni Afaan Oromoo qubeessuufi barreessuu akka xaphaati

Akkaataa Salaata Nabiyyii icon

Akkaataa Salaata Nabiyyii

Akkaataa Salaata Nibiyyichaa sirna Wuduu'aa waliin qophaaye. Barumsa gabaabduu sirna salaata Ergamaa Rabbii (saw) ibsuudhaaf qophaayedha. Gara Muslimaafi Muslimtittii hundaatti dhiheessuun fedhe. Kunis akka namni argu hunduu salaata keessatti Nabiyyichatti (saw) hidhachuudhaaf qabsaa'uufi. Ergamaa

Herrega Zakaa icon

Herrega Zakaa

Karaa salpaan zakaa keessan herreguu yoo barbaaddan, appilikeeshinii ‘Herrega Zakaa’ kana fayyadamuu dandeysu. Zakaan dirqama nama muslimaa kan qabeenyi isaa gatii Dahaba (Gold) giraama 85 gahu qabu hundaati. Bu’aan appilikeeshinii kana fayyadamuun argachuu dandeysan: - Maallaqa qabdurraa zakaaf m

Kuusaa Walaloo Afaan Oromoo icon

Kuusaa Walaloo Afaan Oromoo

Walaloon damee ogbarruu keessaa kan bo’oofi, ceesiisaan tolfamee qooqa miidhaginaaniifi yeedaloodhaan dhiyaatudha. Walaloo keessatti qooqa, suureessuu, malleen dubbii fi jechoota fayyadamuun hiikkaa gabbata dabarsu. Walaloon miira kakaasuuf, ykn haalaafi seenaa dabarsuudhaaf ni gargaara. Walaloo yer

Oromo Music icon

Oromo Music

Aapiin kun Sirboota babbareedoo Artistoota Oromoo jaallatamoon sirbaman hedduu isaanii walitti qabuun akka namaaf mijaahutti tolchinee isiniif dhiheessineerra.Sirboonni kunneen dhuunfaa dhuunfaadhaan sirboota addatti wellistootaaf qopheessine. Sirbootni kunneen sa'atii dheeraa akka tapatanitti tolch

ಅಕ್ಕಮಹಾದೇವಿ ವಚನ Akkamahadevi icon

ಅಕ್ಕಮಹಾದೇವಿ ವಚನ Akkamahadevi

Akkamahadevi Complete Vachana Collection Akkamahadevi, daughter of Nirmalashetti and Sumathi in the twelfth century. Akkamahadevi is the first woman poet of Kannada The older sister who renounced all the boredom from an early age, faced a lot of tests. Sakshhat Siva (Mallikarjuna) has been adopted a

Fayyaa Oromoo icon

Fayyaa Oromoo

Fayyaan dhibee garaa garaa irraa bilisa ta’uudha. Dhibeen kunneen sababaa garaagaraatiin kan nama qabu yoo ta’u of-eeggannoon namni tokko fayyaa qabaachuuf godhu murteessaadha. Namni fayyaa ta’uuf fayyaan maal akka ta’e hubatee yoo dursee itti yaade carraan fayyaa ta’uu isaa warra fayyaan maal akka

Walaloo Harmee - Mother Poems icon

Walaloo Harmee - Mother Poems

Haati hunda keenyaaf baay'ee kan faayamtedha, Namni haadha ofii jabeessee ni jaalata. Tarii kanaaf ta'uu danda'a amantii fi hawaasa hunda keessatti namni ijoo kabajamuu qabu yoo jiraate Harmee dha. sana booda abbaa fi firoottan biroo akka ta'e himama. Yeroo tokko tokko haadha keenya jaalala akkamii

Ibsa Aqiidatul-Waasixiyyaa icon

Ibsa Aqiidatul-Waasixiyyaa

Hunda dura faaruun tan Rabbii guddaati, kitaaba kana akkan qopheesu kan itti na kaasee naaf laaffise. Xiqqeenya beekkumsa kiyyaatii wajjiin Kitaaba Aaqiidatul-waasixiyyaa kana Afaan Oromootti akkan hiiku wanni itti na kaase, duula Aaqiidaa Islaamaa balleessuu, kan tuutti Ahbaasha ja’amtu biyya teeny

Seenaa Islaamaa icon

Seenaa Islaamaa

Seenaa Islaamaa Seenaa Islaamaa Wal-duraa duubaan Kutaa 12 of keessaa qabu. Appii kana keessatti seenaa Islaamaa hunda akka gaariitti akka beektan abdiin qaba.

Bulgicha Nyaachisi! (Afaan Oro icon

Bulgicha Nyaachisi! (Afaan Oro

Bulguu Nyaachisii’n bu’uroota dubbisuu ijoollee barsiisa. Tapha keessatti, ijoolleen killee guuruudhaan qubee fi jechoota nyaachisuudhaan killeelee hiriyyoomfatu! Ijoolleen qubee addaan baafachuu baratu, fi jechoota kaasuu fi dubbisuu. Tapha kana taphachuun, ijoolleen barnootaan cimoo tahu, akkasu

AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA ( icon

AKKAATAA SALAATA NABIYYICHAA (

Jechoolee gabaabduu sirna salaata Ergamaa Rabbii (saw) ibsuudhaaf kaa'amteedha. Ishee gara Muslimaafi Muslimtittii hundaatti dhiheessuun fedhe. Kunis akka namni ishee argu hunduu salaata keessatti Nabiyyichatti (saw) hidhachuudhaaf qabsaa'uufi. Ergamaan Rabbii (saw) ni jedhan: "akka anaa salaatuu na

Alii Sufiyaan Nashida icon

Alii Sufiyaan Nashida

App kana keessatti nashiidaalee Ustaaz Alii Sufiyaan hundi qophaayeera. itti dabaluun Wallpaper, Kallattii Qiblaa, Sagalee Qur'aanaa fi Du'aa'iwwan adda addaa of keessaa ni qaba. Barnoota fi qajeellummaa gaarii akka irraa argattan abdii ni goona. - Qara'i Qara'i - Obboleessa koo - Hijaabii - Kan di

Akka Hotels icon

Akka Hotels

With our hotel application we want to give you the luxury and comfort you need. With this application, all you want is at your disposal, while enjoying great times in our hotel. You will benefit from contactless guest relationship experience by downloading the application from our hotel. With our m

Afaan Oromoo Kutaa 5ffaa icon

Afaan Oromoo Kutaa 5ffaa

App'n kun Afaan Oromoo kutaa 5ffaa bifa salphaafi namatti toluun waan qophaa'eef namni manaatin kitaaba dagadhe osoo hin jedhiin bakkafi biyya jiruti itti fayyadamuu akka danda'uuf kan dhiyaatedha. Qoqqoodamni boqonnaa kanas baay'ee ifaafi namatti akka toluun waan ta'eef namni kam iyyuu itti fayyada

Mana murtii Aanaa Kiiramuu icon

Mana murtii Aanaa Kiiramuu

Manni murtii Aanaa Kiiramuu kenniinsa tajaajila abbaa seerummaa bara 1999 irraa eegalee hundeeffamuun kan kennaa jirudha. Bu'uuruma kanaan hojiin idilee mana murtichaa si'ataa, dhaqqabamaa taasisuuf appilikeekishinii kana kan wal ta'insa kaboomaatiksi teekinoloogii waliin ta'uun kan kalaqnedha. Faa

Gadaa: Oduu Ammee icon

Gadaa: Oduu Ammee

Oduu Afaan Oromoo maddeen amanamoo gara gara irraa iddoo tokkoti appii kanan hordofaa! Gadaa News fayyadamuun oduu guyyaa guyyaa, mata dureewwan biyya keessaa fi taateewwan addunyaa, maddoota amanamoo akka VOA Afaan Oromoo, BBC Afaan Oromoo, OMN fi Fanabc Afaan Oromoo fayi irra hordofuu dandeessu.

©2023 Verdant Labs LLC. All rights reserved.

Privacy PolicyContact