Found 14 search results.
Ibsaa Jireenyaa (Jireenya Badh
Maqaan duraa Aplikeeshinii kana "Jireenya Badhaatu" dha. Ergasii gara "Ibsaa Jireenyaa" jijjirame. Aplikeeshinin Ibsaa Jireenyaa websaayiti sammubani.com irraa haala aplikeeshinitiin kan dhufeedha. Jireenya dukkanaa keessaa gara ifaatti, dhama’uu fi raata’uu keessaa gara karaa qajeela irra deemutti
Gadaa: Oduu Ammee
Oduu Afaan Oromoo maddeen amanamoo gara gara irraa iddoo tokkoti appii kanan hordofaa! Gadaa News fayyadamuun oduu guyyaa guyyaa, mata dureewwan biyya keessaa fi taateewwan addunyaa, maddoota amanamoo akka VOA Afaan Oromoo, BBC Afaan Oromoo, OMN fi Fanabc Afaan Oromoo fayi irra hordofuu dandeessu.
Arbaiina
jedhamu kuni irra filatamaa kitaabban gaggabaabaa hadiisaa keessa isa tokko. Abbaan isa qopheesses sheekha guddaa beekamaa abuu zakariyyaa yahyaa sharafuddiin annawaawiyyii jedhama. Rabbi irraa haajaalatu. Akkana jechuun nama beekamaatu kitaaba beekama ummata muslimaatiif gumaache jechuudha.ustaaz g
Hadiisa 30 Dubartootaaf
Kitaabni hadiisa 30 waayee dubartootaa jedhamu kuni irra filatamaa kitaabban waayee barnoota dubartootaa keessatti qopheeffame keessa isa tokko. Ummatni keenyaa hundi keessaattuu dargaggootaafii barattootaan kitaaba kana akka dubbistanii irraa barattan isinii dhaamsa dabarsina. Jaarraan keessa jirru
Gorsa Afurtama
App kana keessatti gorsa afurtama (40) kan ittiin mana sirreessan kan mana hundaaf haalaan barbaachisaa taheetu qophaayee jira. Yaa nama gaarii dubbiftu! deebiin kee kunooti. Gorsa sagantaa kanaan wal ilaallatutu jira; Rabbiin ittiin fayyaduufi qabsoon ilmaan Islaamaa bifa haaraadhaan ergaa mana M
Anas Muhammad Nasheed
Nashiidaalee Afaan Oromoo gorsaafi barumsa adda addaa dabarsu kan Ustaaz Anas Muhammad bifa ammayyaawaafi qulqullina irra bareedaan qophaaye.
Kaayyoo Hajjii
Application kaayyoo hajjii jedhamu kuni irra filatamaa waayee hikmaa hajjii keessatti qopheeffame keessa isa tokko. Rabbiin kan qopheesseefii kan hiike isaan lameenuu irraa haa jaalatu, jannataanis galata haa galchuuf. Akkasumas gulaallee maxxansaafii karaa interneetiinis raabsinee akka ummata keeny
Oromummaafi Islaamummaa
Dhimmi Oromoofi Muslimoota ilaallatu Itoophiyaa keessatti dirree qabsoo qorattootaafi gulaaltotaa baay’ee barbaaduudha. Sababni isaas dirreen kun lamaan qaama isaan qoratee dharaafi dhugaa, cubbuufi haqa adda baasu, kan qaawwa barreessitoonni wallaalumaanis ta’ee beekaa irra utaaluudhaan uuman duuch
Umaree Alii Menzuma & Nasheed
App kana keessatti nashiidaalee fi manzuumaan Munashid Umaree Alii qophaayee jira. kanneen duriifi kanneen dhiheenyaa qulqullina irra bareeda taheen argama. Dabalataan Kallattii Qiblaa fi Radio Sagalee qur'aanaa ni qaba. Barnoota fi qajeellumma gaarii akka irraa argattan abdii ni goona. - Akka keen
Saayinsii Walii galaa Kutaa 8
This app is designed to help the student to learn general science in grade 8. App'n kun Saayinsii waligalaa kutaa 8ffaa waan ta'eef namni tokko yeroo hundaa kitaaba baate bakka bakkaatti socho'uun waan rakkisuu danda'uuf garuu app yoo fayyadamee bakka fedheetti fayyadamuu ni danda'a jechuun app'n ku
Arkaana iimaanaa (Utubaalee)
Iimaanaa dabalachuuf ni carraaqna. Garuu ma’anaa (hiika) isaa ni beeknaa? Dhugumatti, iimaanaa jechuun maal jechuudhaa? Iimaanni qalbii qofa irratti daangeeffamuu danda’aa? Namni hiika iimaanaa madda sirrii irraa yoo beeke fi hojii irra oolche, jireenya gammachuu fi mi’aawa jiraata. Sababni isaas, n
irra伊芮化妝品你的美麗顧問
於全台精品門市設有實體專櫃,並有專業美容師,親切為您服務~ APP提供優質的網路購物體驗&完善的售後服務. 1.直覺優化的操作介面 2.輕輕一滑就可瀏覽眾多精選商品 3.商品出貨、可取貨時發送提醒 4.優惠促銷活動即時推播 5.安全第一:最高等級加密的信用卡付款功能 6.多元付款:超商取貨付款、信用卡線上刷卡 7.使用『臉書帳號』或『手機號碼』即可加入會員
IRRAS Academy
IRRAS Academy is an interactive application designed for health care professionals who want to learn about transformative solutions for neurocritical care treatment. While navigating through IRRAS Academy, you will learn about IRRAS' cutting-edge technologies, gain access to informative training m
Oromo Kids
Afaan Oromoo Barsisuu Afaan Oromoo afaan baay'innaan Afrikaa keessatti dubbataman keessaa sadarkaa afraffaa irra jira.Kan dubbatamu bayyiinaan Itoophiyaa fi Keeniyaa yoo ta'uu Soomaliyaa, Eeritiraa akkasumaas Tanzaaniyaatti ni dubaatamaa. Kayyoo Appilikashiin kana Ijjoollee Afaan Oromoo Barsisuu